Yeka Abado primary and Middle School
Home Alert News

Alert News

08 Jun 2025

የ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ከተማ አቀፍ መልስ መስጫ ወረቀት አጠቃቀም መመሪያ ለተማሪዎች፣

➊ የተማሪዎች መለያ ቁጥር እና የትምህርት ዓይነት መለያ ቁጥር ለእያንዳንዳቸው በተቀመጠው ሳጥን ውስጥ ከላይ ወደ ታች መፃፍ አለበት፡፡ 

❷ በተፃፈው መለያ ቁጥር ፊት ለፊት የተፃፈውን ቁጥር የያዘውን አራት ማዕዘን ቅንፍ (Square Bracket) ብቻ ማጥቆር አለበት፡፡ 

➌ ተማሪዎች የመረጡትን መልስ ትይዩ በተሰጠው አራት ማዕዘን ቅንፍ (Square Bracket) ላይ በትክክል ማጥቆር አለባቸው፡፡ 

❹ ተማሪዎች ያጠቆሩትን መልስ መቀየር ቢፈልጉ መጀመሪያ ያጠቆሩትን የአራት ማዕዘን ቅንፍ (Square Bracket) በደንብ ማጥፋት አለባቸው፡፡ 

❺ በአንድ ረድፍ ከአንድ በላይ መልስ (የአራት ማዕዘን ቅንፍ/Square Bracket) ማጥቆር የተከለከለ ነው፡፡ 

❻ ለመፃፍ እና ለማጥቆር ከተፈቀደው ቦታ ውጭ ምንም አይነት ፅሁፍም ሆነ ጭረት ማድረግ የተከለከለ ነው፡፡ 

❼ ለመፃፍ ከተፈቀደው ቦታ ውጭ ተፅፎ ወይም ትንሽ ጭረት እና ነጥብ ከተገኘ የመልስ መስጫ ወረቀቱ ሙሉ  በሙሉ ተቀባይነት አይኖረውም፡፡ 

❽ መልስ በሚጠቆርበት ጊዜ እርሳሱ ከተሰጠው አራት ማዕዘን ቅንፍ (Square Bracket) መውጣት የለበትም። ከወጣም በማጥፊያ ማጥፋት ይጠበቅባችኋል።

❾ መልስ መስጫ ኮርነር ላይ ያሉትን አራት ጠርዞች መንካትም ፈጽሞ የተከለከለ ነው፡፡ 

➓ ተፈታኞች የመልስ መስጫ ወረቀታቸውን በንፅህና መያዝ አለባቸው ማለትም እንዳይቆሽሽ፣ እርጥበት  እንዳይነካው፤ እንዳይቀደድ እና እንዳይታጠፍ መጠንቀቅና ሙሉ ኃላፊነት መውሰድ አለባቸው፡፡

⓫ በእስክሪብቶ መፃፍ አይፈቀድም። ስለዚህ እርሳስ፣ ላጲስ እና መቅረጫ አይለያችሁ

⓬ ፈተና ጨረስኩ ብሎ አላስፈላጊ የሆነ ነገር፤ ስዕል ወይም ሌላ ከጀርባም ይሁን ከፊት አይፃፍበትም። 

⓭ በጣም የተቀረፀ ሹል እርሳስ በምንጠቀም ወቅት ወረቀቱ እንዳይቀደድ መጠንቀቅ አለብን።

Qajeelfama itti fayyadama waraqaa Deebii Barattoota  kutaa 6ffaa fi 8ffaa Qormaata Guutuu Magaalaa Qoraman hundaaf:

➊ Lakkoofsa ibsituu eenyummaa barataa fi lakkoofsa ibsituu gosa barnootaa tokkoon tokkoon isaaniif kenname,   Saanduqa kenname  qofa keessatti gubbaa hanga gajjallaatti of eeggannoon barreessuu.

❷ Lakkoofsa ibsituu eenyumaa barataas ta'e, Lakkoofsa ibsituu gosa barnootaa bakka  barreeffame fuulduratti Mallattoo  Iskuweerii jiru qofa keessa   sirriitti gurraachessu. 

➌ Barattoonni deebii filatan sirriitti  Iskuweerii kenname keessatti gurraacheessuu  qabu. 

❹ Barattoonni deebii gurrachessan jijjiiruu yoo barbaadan, dura isa gurraachessan sirriitti  haquu qabu. 

❺ Gaaffi tokkoof,  Deebii tokkoo ol gurraachessuun  dhorkaadha. 

❻ Bakka barreessuu fi gurraachessuuf  hayyamameen ala barreeffama kam iyyuu waraqaa deebii qormaataa irratti barreessuun  dhorkaadha. 

❼ Bakka barreeffamaafi gurrachessuuf hayyamameen ala barreeffamni kam iyyuu  yoo jiraate,  waraqaan deebii guutummaa guutuutti fudhatama hin qabu.

❽ Deebii yeroo  deebistan ykn gurraachessitan  bakka hin hayyamamnetti yoo barreessuun dhorkaadha.Yoo akka tasaa barreessitanis sirritti  haquu qabdu.

❾ Goleewwan Arfan  Waraqaa deebii tuquun gonkumaa dhorkaadha. 

➓ Barattoonni waraqaa deebii keessanii bifa qulqulluu ta'een qabachuu qabdu. Kana  jechuunis, Waraqaan deebii keessan,  akka hin xuroofne, akka hin cicciramne, akka hin  dadachaanee, fi jidhinaan hin tuqamneef  of eegannoo cimaa taasisuu qabdu!

⓫ Qalamaan barreessuun  Gonkuma hin hayyamamu. Kanaaf  Irasaasii  qortuu Irsaasii fi haqxu Irsaasii qofa qabachuu qabdu. 

⓬ Waraqaa Deebii qormaataa keessan irratti karaa duubas ta'e karaa fuulduraa barreessuu fi suurota hin barbaachifne kaasuun dhorkaadha.

⓭  Waraqaan Deebii qormaataa keessa akka hin tarsaanee fi hin uranneef of eeggannoo guddaa taasisuu qabdu.

                                             መለካም ፈተና ይሁንላችሁ !

                                      Qormaata Gaarii isiniif haa ta'u!

Copyright © All rights reserved.

Created with