ቀን- Guyyaa 01-10-2018
ማስታወቂያ-Beeksisa
ለመምህራን በሙሉ- Barsiisota Hundaaf
ከ1ኛ ክፍል እስከ 5ኛ እና 7ኛ ክፍል የ2ኛ ወሰነ ትምህርት ማጠቃለያ ፈተና 15 ስኔ 2018 (15-10-2018) ጀምሮ እሰከ 19 ስኔ 2018(18-10-2018) ይሰጣል። ስለዚህ ትምህርት ቤቱ የትምህርት ቤታችን ነባራዊ ሆኔታ ግንዛቤ ውስጥ በማስገባት አስፈላግዉን ቅድመ ዝግጅት አድርገን አጠናቀናል።
ከሰኞ (08-10-2018) ጀምሮ እስከ ፈተና ቀን ከተፈቀደላችሁ አካል ውጭ ትምህርት ቤቱ ግቢ ውስጥ መግባት አይቻልም። ፍተናው በሁሉም ትምህርት ዓይቶች እና በሁለቱም ስርዓት ትምህርት ተባዝቶ አልቋል። ስለዚህ በትምህርት ክፍል ተጠሪዎች አስተባባሪነት ነገ ማክሰኞ (02-08-2018) እና እሮብ(03-08-2018) የ2ኛ ወስነ ትምህርት ማጠቃለያ ፈተና ተቆጥሮ ማለቅ አለበት። ስለዚህ ትምህርት ክፍል ተጠሪዎች ልዩ ትኩረት በመስጠት እና ሁሉንም መምህራን በመሳተፍ በተበለዉ ቀን እና ሰዓት ፈተናሁን ቆጥራችሁ ፣ አስተካክላችሁ እንድታስቀምጡ እናሳስባለን።
ማሳሰቢያ :- ያለዉ የግዜ እጥረት ግንዛቤ ዉስጥ በማስገባት ሀላፊነቱን በአገባቡ የማይወጣ መምህር (በተለይ የትምህርት ዓይነቱ ባለቤቶች) ለሚፈጠረው ችግር ሙሉ ሀላፊነት ይወስዳሉ።
Qormaanni xumura Semisteera 2ffaa 15 Waxabajji 2018 irraa eegalee hanga 19 Waxabajii 2018 ttii kennama. Kanaafiis manni barumsaa, haala qabatamaa mana barumsaa keenyaa hubannoo keessa galchuun qophii duraa barbaachisu hundumaa xumureera.
Wiixata(08-10-2018) irraa eegalee hanga guyyaa qormaata xumura semisteera 2ffaatti qaama eeyyamameef irraa kan hafe, qaamni kam iyyuu mooraa mana barumsaa keessa seenuu hin danda'u. Yeroo amma kanas immoo qormaanni xumura semisteera 2ffaa gosa barnootaa hundumaan, sirna barnootaa lamaaniin iyyuu baay'atee xumurameera.
Kanaafuu, guyyaa Boruu(Kibxata 02-10-2018) fi Roobii(03-10-2018) qormaanni xumura semisteera 2ffaa lakkaa'aame, sirreefamee xumuramuu qaba. Kanaafuu, Haala Mijeessuumaa Itti gaafatamtoo Muummeetiin, Qormaanni hundumtuu guyyaa fi sa'atii jedhameetti akka xumurtan cimsinee isin beeksifna.
Hubachiisa:- Haala Yeroo hubannoo keessa galchuun, barsiisaan, keessumaa immoo barsiisonni gosa barnooticha ta'an osoo hin lakkaa'iin kan hafan yoo ta'e, rakkoo uumamu hundaaf itti gaafatmummaa guutuu kan fudhatan ta'a

We make sure you have everything you need to succeed as a trainer and edupreneur.
Raise your question