Yeka Abado primary and Middle School
Home ትላንትን ዛሬ:-

ትላንትን ዛሬ:-

11 Jun 2025

ትላንት እና  ዛሬ- Kaleessaa fi Har'a

======================

ስኬት የሚገኘው በሁለት ነገሮች ብቻ ነው:-

1ኛ በእግዚአብሔር እርዳታ።  

2ኛ ደግሞ ጠንክሮ በመስራት ብቻ ነዉ።  ትላንት በዚህ ትምህርት ቤት ስንመደብ ብዙ  ተስፋ አስቆራጭ ነገሮች ነበሩ።  ትምህርት ቤቱ በKPI ምዘና 16ኛ ደረጃን  እና  በInspection  ምዘና ደግሞ 2ኛ ደረጃ ላይ ነበር. ።  ይህ ሁሉ ዘሬ ታሪክ ሆኖል። 

 ዛሬ  በKPI ምዘና እንደ ለሚ ኩራ 1ኛ ደረጀ  ትምህርት ቤቶች  3ኛ እና በInspection ምዘና   3ኛ ደረጃ ላይ ተቀምጧል። ይህ በትምህርት እይታ ትልቅ ስኬት ነው። ትምህርት ቤቱ ወደፊት ሞዴል እና ተመራጭ ትምህርት ቤት እንደሚሆን አልጠራጠርም።

ሁሉም ባለድርሻ አካላት በትምህርት ቤቱ ስም  እናመሰግናለን !


Milkaa'inni waan lamaan qofa dhufa:-

1ffaa gargaarsaa waaqayyoon.  

2ffaa Cimanii hojjechuun qofaadha. Kaleessa yeroo mana barumsaa kanatti imaanaa fudhannee ramadamnu qullaa fi waantonni abdii nu kutachiisaan hedduu turan.  

Akkasumas manni barumsaa kun Madaallii KPI'n sadarkaa 16 ffaa irratti argama. Sadarkaa madaallii Inspeekshiniin immoo sadarkaa 2ffaa irratti argama. Har'a immoo Sadarkaa madaallii KPI'n akka kutaa Magaalatti sadarkaa 3ffaa irratti kan argamuu fi  Madaalli Inspeekshiniin immoo sadarkaa 3ffaa qabatee jira. Kun ija barnootaan yoo ilaalamu milkaa'ina guddaadha. Gara fuulduraatti manni barumsichaa mana barumsaa Moodelaa fi filatamaa akka ta'u shakkii hin qabu.

Qooda fudhattoonni hundumtuu galatooma!

የካ አባዶ አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ትምህርት ቤት

Mana Barumsaa Eekkaa Abbaadoo Sadarkaa 1ffaa fi Giddu Galeessaa


Copyright © All rights reserved.

Created with